https://andro.io/app/walaloo-harmee
Power 100
Android app profile
Walaloo Harmee - Mother Poems for Android – Latest Version & Features
by SHEGER-SOFT
★★★★★
(0 ratings)
Rate this app
How do you feel about Walaloo Harmee - Mother Poems?
Thanks for your feedback!
> 2.2k
Monthly Downloads
~$900
Estimated Cost
Screenshots
About Walaloo Harmee - Mother Poems
Haati hunda keenyaaf baayee kan faayamtedha, Namni haadha ofii jabeessee ni jaalata.
Tarii kanaaf tauu dandaa amantii fi hawaasa hunda keessatti namni ijoo kabajamuu qabu yoo jiraate Harmee dha.
sana booda abbaa fi firoottan biroo akka tae himama.
Yeroo tokko tokko haadha keenya jaalala akkamii akka jaalannu ibsuun nu rakkisa, sana booda walaloo miira keenya ibsu barbaanna taa.
Jaalala Haadhaa Walaloon ibsuun namoota hedduu biratti baayee beekamaa fi filatamaa kan taeedha.
Kanaarraa kauun; nutis mosaajii "Walaloo Harmee" Afaan Oromootin qophaaye kan jalqabaa dhiheessinee jirra.Walaloo Mosaajii kana keessatti argaman keessaa muraasa:Oolmaa guguddaa qabdaBoqonnaa of dhorkiteNamuummaadha baateGuddistee nama gooteGatii Harma keetiiWaaeen isii jabaadhaJecha sigitu dhabeGammachuu koo fudhuSeenaan kee baayeedhaSiif himuu dhugaa kee?Dhiiga keerraan argameAti furtuu jireenyatiAti Eenyumaan oliImimmaanin sirraa haqaGaraan kee arjaadhaRakkoo koof rakkattaDhibbaaf shan rukutaHaadha too hin yaadinAkeektuu galma kootiiWaanuma keen barreessa