https://andro.io/app/sirnagalatoo
Power 100
Android app profile
Sirna Qulqulleessa (Qiddaasse) for Android – Latest Version & Features
★★★★★
(0 ratings)
Rate this app
How do you feel about Sirna Qulqulleessa (Qiddaasse)?
Thanks for your feedback!
> 2.2k
Monthly Downloads
~$900
Estimated Cost
Screenshots
About Sirna Qulqulleessa (Qiddaasse)
Appn kun waaee sirna qulqulleessa mana kiristaanna ortodooksii tawahidoo jalqabaa kaasse hangaa xumuraa rawwii sirna qulqulleessatti kan of keessa qabu waan taeef, namni kamiyyuu app kana fayyadamuun sirni qiddaassee maal akka taee; maal jechuun akka galateeffattan akkasumas sirni kun jalqabaa isaa eenyuun egallee, essaatti egallee kan jedhu kanneen biro hedduu waan of keessa qabuuf baayee isin fayyadaa jechuun kan qopheessinedha.
Isiniis yeroo itti fayyadamtaan rakkoo kamiyyuu yoo isiin mudaate nuf barreessuu hin dagattina.
Isiniis yeroo itti fayyadamtaan rakkoo kamiyyuu yoo isiin mudaate nuf barreessuu hin dagattina.