https://andro.io/app/fayyaa-oromoo
Fayyaa Oromoo for  Android – Latest Version & Features app icon
Android app profile

Fayyaa Oromoo for Android – Latest Version & Features

by

Power 100

Price

free

Updated

Rate this app

How do you feel about Fayyaa Oromoo?

Thanks for your feedback!

> 2.2k

Monthly Downloads

~$900

Estimated Cost

Screenshots

About Fayyaa Oromoo

Fayyaan dhibee garaa garaa irraa bilisa ta’uudha.
Dhibeen kunneen sababaa garaagaraatiin kan nama qabu yoo ta’u of-eeggannoon namni tokko fayyaa qabaachuuf godhu murteessaadha.
Namni fayyaa ta’uuf fayyaan maal akka ta’e hubatee yoo dursee itti yaade carraan fayyaa ta’uu isaa warra fayyaan maal akka ta’e itti hin yaadne irraa wayya.Fayyaa ta’uuf nyaata filachuun, sproortii hojjachuun, ulfina qaama ofii eeguun, dhugaatii alkoolii dhiisanii bishaan dhuguu, tamboo xuuxuu dhiisuun dhibee garaagaraatif saaxilamuu irraa nama baraara.
Kanaafuu; Fayyaa Oromoo buufadhaa.

Share

Share Fayyaa Oromoo

Help others discover this Android app.

Fayyaa Oromoo

Fayyaa Oromoo

Free

Get