https://andro.io/app/barruufaarfannaa
Barruu Faarfannaa for  Android – Latest Version & Features app icon
Android app profile

Barruu Faarfannaa for Android – Latest Version & Features

by

4.0 (0 ratings)
Power 100

Price

free

Version

Updated

Size

Bytes

Rate this app

How do you feel about Barruu Faarfannaa?

Thanks for your feedback!

> 2.2k

Monthly Downloads

~$900

Estimated Cost

Screenshots

About Barruu Faarfannaa

App kana keessatti faarfannaan ortodooksii tawaahidoo taaan 350 ol kan keessatti bakka tokkootti walitti qabamee waan taeef namootni haala salphaa taeen badiyaas taee magallaa bakka internet jiruus taee hin jireetti akka itti fayyadamuu dandaaan kan isan taasisu gochuun kan qindaaedha.
Kanaaf namni bilbilaa isaa irratti feachuun yeroof bakkaan osoo hin dangeeffamin itti fayyadamuu ni dandaaa kuni immoo garee gurguddaa 15 jalaatti qoodun faarsaa kana kan qoophessinnee.Garreewwan gurguddoon kunis, akka armaan gadiitti caaqasamuFaaruu Ayyaanna Cuuphaa Faaruu Dhaloota Gooftaa Faaruu Ayyaanna Fannoo Faaruu Bara Haaraa Faaruu Ayyaanna Hoosainnaa Faaruu Dubroo Maariyaam Faaruu Duaa Kaumsaa Faaruu Qulqullootaa Faaruu Yeroo Cidhaa Faaruu Sagantaa Banis-cufaa Faaruu Wal jalaa Qabiinsaa Faaruu Ergamootaa Qulqulluu Faaruu Qalbii Jijjiirannaa Faaruu Mana Kiristannaa Faaruu Yeroo HundaaKanaaf itti fayyadamaan dhamsaa keenya.

Share

Share Barruu Faarfannaa

Help others discover this Android app.

Barruu Faarfannaa

Barruu Faarfannaa

Free

Get